Psalms 98:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Kiraari d'aa, isa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii kiraara sagalee guddaa dhageessisu dhaya'aaf; kiraara sagalee guddaa dhageessisuu fi laagaa faaru'uutiin isa faarsaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoo kiraara guddichaatiin kiraaraa guddichaa fi faaru'uun Mootii Waan Maraa leellisa'a.