Psalms 98:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi inni d'ufe lafa fida, inni gosa lafa keesa jirtu ch'ufa d'ugaafi qajeelumani fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin Rabbiin afo'otti haa faarsanii; Inni ardii irratti murteessu'uuf waan dhufuuf; adunyaa irratti balchumma'aan; banii irratti dhuga'aan murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa lafaatitti muriisaaf waan dhufuuf, isa duratti faarfatanuu ti. Inni biyya lafaatitti balchumma'aan, kolbaa maratti haqaan hin mura.