Psalms 99:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hayyu; gochiti ch'ufti ha hollatuuti. Inni waan lubbu qaba, ka koola gubba barch'uma isaa ira tae, jennaani lafti ch'ufti chochote.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mooyeera; baniin haa hollatanii; Kiruubeeliin irratti teessoo irra ta'eera; ardiin haa sochootu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mooti'i; gosi biyya adda addaa hollattuu ti! Inni barcumaa mootumma'aa irra odduu dada ol-gubba'aa ta koola qaddu te'eera; lattille tachootuu ti.