Psalms 99:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Sioni keesa guddinna qaba: inni gosa ch'ufa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Tsiyoonitti gudda'a; banii maraayyuu ol.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Xiyoon keessatti gudda'a; inni gosa biyya adda addaa irratti ol aana'a.