Psalms 99:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa keenna faarsa, barch'uma isaa dura koota, isaa kad'ad'a! Isumati qulqullo!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa keenna galatoonfadhaa'a; luka isaa jalatti sagadaa'a; Inni waan woyyuu ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa keenna saada'a; miila isaa jalatti sagada'a! Inni woyyu'u!