Psalms 99:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musafi Harunini qaalole isaati, Samuelini nama maqa isaa yaamate; worri AABBO Waaqa yaamate, inni worra jalaa owaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenii fi Aaroon gadoota isaa keessa turan; Saamu'eelillee worra maqaa isaa waaman keessa; isaan Rabbiin waamatan; Innillee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyoota isaa keessaa gariin Muuse'ee fi Aaron; worra maqaa isaa waame keessaa tokkochi Saamu'el; isaan maqaa Mootii Waan Maraa waammatane; innille isaaniif deebii kenne.