Psalms 99:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa keenna, atini gumi tante jalaa owaate, aka atini Waaqa woi namaa araaramu garsiifte, ato maro ch'ubbu worraatifi worra gaargalchitele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Waaqa keenna! Ati dhageettee isaanii deebifte; yoma badii isaanii haluu baatellee; Ati Waaqa isaanii dhiiftu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa keenna, ati deebii isaaniif kennite; cubbuu isaaniitiif haluu isaan baatulle, ati Waaqa araaraa isaaniif teeteerta.