Psalms 99:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa keenna faarsa, gaara isaa qulqullo irati isa kad'ad'a! AABBO Waaqi keenna qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa keenna galatoonfadhaa'a; gaara isaa woyyuu irratti sagadaa'a; Rabbi Waandhi keenna woyyuu waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna woyyuu waan te'eef, isa saada'a; gaara isaa woyyicha irratti isa waaqonfadha'a.