Revelation 1:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa Gootta'aa, ani Ayyaana Waaqaatiin jiraayyu; qoonqoo guddoo ta akka tultulla'aa ifi duubatti dhage'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Aabbo, Lubbuuni isaa na keesa seente, anini qonqo guddo, aka magalata ufi duubati d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa Aabboo, Hafurii isaa na keessa seene, anin qoonqoo guddoo, akka magalataa uf duubaatti dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani guyyaa Goofta'aa Ayyaana Rabbiitiin guuttamee ture; laagaa guddaa xurumbaa fakkaatu uf duubatti dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani guyyaa Goofta'aa Ayyaana Rabbiitiin guuttamee ture, laagaa guddaa xurumbaa fakkaatu uf duubatti dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
guyyaa Goofta'aa titti fudhatama Hafuura keessa uduu jiru, qoonqqa xurunbbaa ilaali'ii ka fakkaatu qoonqqa ol aanaa akkana yoo jedhu ni dhagaye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa Gootta'aa, ani Ayyaana Waaqaatiin jiraayyu; qoonqoo guddoo ta akka tultulla'aa ifi duubatti dhage'e.