Revelation 1:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Anille qoonqoo anatti dubbatiisatti jirtu ilaaliisaaf ifi irra garagale; yennaa ifi irra gara gale waan issaan irra keyamu torba ka worqi'iin hujame dhagge;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini garagale, aka qonqo naani dubbatu argu. Garagalaani anini waan ifseeni ira ejaanjitu torba ta worqi arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin akka qoonqoo naan dubbattu argu garagale. Gara gallaan waan fulaa ibseen hedduun irra ejaajjuu dandeettu qabaa ka warqiin midhaassan torba arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa natti dubbatu argu'uuf uf irra midhadhe;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaa natti dubbatu argu'uuf uf irra midhadhe;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eennu akka natti dubbate beeku'uuf gara duuba kiyyaa ni garagale, yeroo garagaletti'llee baattuuwwan worqqi'ii torbban ni arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille qoonqoo natti dubbatiisatti jirtu ilaaliisaaf ifi irra garagale; yennaa ifi irra garagale waan issaan irra keyamu torba ka worqi'iin hujame dhagge;