Revelation 1:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mata'aa fi rifeensi isaa adii akka rifeensa hoolee adi'iitii fi adii akka dhakaa bokkeyaa ti; ilti isaalle akka bobe'a ibidaa fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rifeensi mata isaa akuma boofta adaate, adi aka haama, ilti isaleeni aka ibida bobeete;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Rifeensii mataa isaa akka cabbii yokaan akka haamaa addaata, iltii isaalleen akka ibiddaa bobeette;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inninii fi rifeensi mataa isaa akka rifeensa hoola'aa adi'i; akka barada'aa addaata; ijji isaallee akka arraba ibiddaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inninii fi rifeensi mataa isaa akka rifeensa hoolaa adi'ii akka barada'aa, ijji isaallee akka arraba ibiddaati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mataan isaatii fi rifeenissi mataa isaa'llee suufa akka barada'aa fakkaatu adii ni ture, ijji isaa'llee akka arraba ibiddaa ni turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mata'aa fi rifeensi isaa adii akka rifeensa hoolee adi'iitii fi adii akka dhakaa bokkeyaa ti; ilti isaalle akka bobe'a ibiddaa fakkaatti.