Revelation 1:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Miilli isaa akka sageettuu dhiillee boolla ibidaa keessatti finiintee morodantee ittuu ti; qoonqoon isaallee akka shookkesa gootuu bisaaniiti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
miili isaa aka sibiila bassani qulqulleesani ifsa, qonqooni isaa akuma galaana dibbifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
miilii isaa akka sagaa bassanii qulqulleessanii ibsee, qoonqoon isaa akkuma galaanaa yaa'u dibbifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lutti isaa waan akka sibiila ibiddaa keessatti diimeeffame fakkaata. Laagaan isaa akka laagaa bisaan gudda'aati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Lutti isaa waan akka sibiila ibiddaa keessatti diimeeffame fakkaata. Laagaan isaallee akka laagaa bisaan gudda'aati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miilli isaa'llee akka sibiila diimaa mukukula ibidda keessatti diimatee ni fakkaatan ture, qooniqqi isaa'llee akka qoonqqa fincaayaa bishaan ol aana'aa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miilli isaa akka sageettuu dhiillee boolla ibiddaa keessatti finiintee morodantee ittuu ti; qoonqoon isaalle akka shookkessa gootuu bisaanii ti.