Revelation 1:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isa dhagge akka nama du'ee te'ee miila isaa jallatti jige. Inni ammoo harka ifii middicha ana irra keyee, “Hin sodaatin! Ka duraatii fi duubaalle ana;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa arginaani anini miila isati jige, akuma waan due tahe. Ammo inni harka mirgicha nara kaye waan naani jed'e, Insodaatiini! Anini ka qaratiifi ka eegeeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isa arginaan anin miila isatti jigee, akka waan du'ee tahe. Innii ammoo harka mirgicha narra kaayee naan, “Hinsodaatin! Ka duraatii fi ka eegeelleen anaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa isa arge akka nama du'ee ta'ee luka isaa jalatti kufe. Harka mirgaa na irra kaayee akkana naan jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa isa arge ani akka nama du'e ta'ee luka isaa jalatti kufe. Harka mirgaa narra kaayee akkana naan jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo isa argetti'llee akka nama du'ee ta'ee miila isaa jalatti ni kufe, inni garuu harka isaa ka mirgaa narra kaayeeti akkana naan ni jedhe, «Hin sodaatin! Ka jalqabaatii fi ka muumme'ee'llee ana,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isa dhagge akka nama du'ee te'ee miila isaa jallatti jige. Inni ammoo harka ifii middicha ana irra keyee, «Hin sodaatin! Ka duraatii fi duubaalle ana;