Revelation 1:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ani Jiraata'a; ani du'eeraayyu, amma ammoo baraa haga bara baraa jiraadha; furtuun du'aa fi balbala addee worri du'e jiru bantu harka kiyya jirti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ka jiru! Duri la due ammo amma haga hegerile injira. Fura duisatiifi ka awaalale harkaa qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin ka jiru! Durii la du'e amma ammoo haga hegeriillee injira. Du'aa fi jiru warra du'eelle furaan harka kiyya jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin sodaatin; ka duraatii fi ka dhumaa jiraataan anaa. Du'ee ture; kunoo baraa haga bara baraa ani jiraata'a; furtuu du'aatii fi ka asaabaallee hin qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hin sodaatin, ka duraatiif ka dhumaa jiraataan ana. Du'ee ture, kunoo baraa haga bara baraa ani jiraata'a, furtuu du'aatii fi ka asaabaallee hin qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani'llee jiraata'a! du'ee ture, garuu kunnoo, bara baraaf jiraata'a, du'aa fi siiooliin irratti'llee aangoo ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani Jiraata'a; ani du'eeraayyu, amma ammoo baraa haga bara baraa jiraadha; furtuun du'aa fi balbala addee worri du'e jiru bantu harka kiyya jirti.