Revelation 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre waan dhaggite, waan amma jiruu fi waan kanaan duuba te'u barreessi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan argitu kana t'aafi, waan amma jiratiifi ka hegeri tahale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba waan argitu kana barreessi, waan amma jiraatii fi ka hegerii tahaallee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa ka argite, ka amma jiru ka asiin maayii ta'u'uuf ta'ullee barreessi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa ka argite, ka amma jiru ka asiin maayii ta'u'uuf ta'ullee barreessi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ka argite, ka amma jiruu fi maa'ii ka dhufu'llee barreessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre waan dhaggite, waan amma jiruu fi waan kanaan duuba te'u barreessi.