Revelation 1:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannisille marroo Jecha Waaqaatii fi marroo dhugaa baya Yesuusiitiif waan dhagge mara dhugaa baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani ya waan arge ch'ufa hime. Kunini d'aamsa isaa ka waan dubbi Waaqatiifi d'uga Yeso Kristoni mullise himu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis waan arge cufa ya hime. Kunin dhaamsa isaa ka waan dubbii Waaqaatii fi dhugaa Yesus Kiristoon mullise himu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dubbii Rabbiitii fi waan Yesuus Kiristoosii waan arge maraa rage.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee dubbii Rabbiitiif waan Yesuus Kiristoosii waan arge maraa rage.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yohaannis'llee waayee dubbii Waaqaatii fi waayee dhugaa Yesus Kristos barsiisee, akkuma kanaa waayee waan argee mara'llee ragaa ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannisille marroo Jecha Waaqaatii fi marroo dhugaa baya Yesuusiitiif waan dhagge mara dhugaa baye.