Revelation 1:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barri waan dhiyaateeruuf, dubbii raagaa tana nami dubbisu, worri dhage'uu fi worri waan keessatti barreeffame eeggatu ka badhaadhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbi faga tana soomu eeba argata, nami ch'aqase waan keesa t'aafani guutuleeni eeba argata! Wonti akanatiifi hojjaani wonti kuni taatu ya d'iaatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dubbii himanaa tana dubbisu ingammadaa, namii caqasee waan keessaatti barreessan guutuulleen gammadaa argata. Wantii akkanaatiif yo'ii wantii kun taatu ya dhihaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri waan dhiyaateeruuf worri dubbii raagaa kana dubbisan, worri dhagayanii fi worri waan isa keessatti barreeffame eegan eebbifamtoota.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barri waan dhiyaateeruuf, worri dubbii raagaa kana dubbisan, dhagayaniif worri waan isa keessatti barreeffame eegan eebbifamtoota.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun marrinuu yeroon itti raawwatamu dhiyoo waan ta'eef, dubbii raagaa kana ka dubbisu ka eebbifame! Akkuma kana dubbii raagaa ka dhagayanii fi raagicha keessatti'llee waan barreeffame ka raawwatan, ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri waan dhiyaateeruuf, dubbii raagaa tana nami dubbisu, worri dhage'uu fi worri waan keessatti barreeffame eeggatu ka badhaadhe.