Revelation 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa Abbaa isaa akka tajaajilluuf mootumma'aa fi hayyoota ka nu godheef, ulfinnii fi hunni bara baraa, haga bara baraa teetu! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qaalole hayyuma Waaqa ta abba isaati hojattu nu tolche. Gara isaa guddinnaafi jabeenni ha tahu, ammafi hegerile! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaallolee hayyummaa Waaqaa ta abbaa isaatii hojjattuu nu tolche. Isaa guddinnaa fi jabeennii ha tahu, ammaa fi duranaallee! Ee'e jenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Abbaa isaatii akka hojjannuuf jeennata Abbaa isaatii gadicha akka taanu nu taasisee, baraa haga bara baraa ulfinninii fi hunni isaa haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii Abbaa isaatii akka hojjannuuf jeennata Abbaa isaatii gadicha akka taanu nu taasisee, baraa haga bara baraa ulfinninii fi hunni isaa haa ta'u! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa fi Abbaa Yesus Kristosii akka tajaajilluuf, mootummaa qeesotaa ka nu taasise, Yesus Kristositiif ulfinnii fi huminni, bara haga baraa titti haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa Abbaa isaa akka tajaajilluuf mootumma'aa fi hayyoota ka nu godheef, ulfinnii fi hunni bara baraa, haga bara baraa teetu! Ameen.