Revelation 10:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
qoonqoo guddoo ta akka neenqa dhangaa dhoowuutiin iyye. Yennaa inni iyye mandiisuun torba qoonqoo ifii dhageessitte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qonqo guddooni lalabde ta aka itansu nyeench'aa. Eegi isiini lalabde, mandiisuuni torbaani qonqo guddooni dubbatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
qoonqoo guddoo akka ittansuu nyeencaa jirtuun lallabee. Eegii innii lallabe, mandiisuun torbaan qoonqoo isaani dhageessisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka leenca aaduutitti laagaa gudda'aan iyye; hennaa iyye gigissaan torbanuu akkuma laagaa isaaniitiin dubbatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka Leenca aaduutitti laagaa gudda'aan iyyee, hennaa iyye gigissaan torbanuu akkuma laagaa isaaniitiin dubbatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qoonqqa leencca aaduu ka fakkaatu qoonqqa ol aana'aan ni iyye, yeroo iyyetti'llee bakakkaawwan torbanuu qoonqqa isaanii ni dhageesisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qoonqoo guddoo ta akka neenqa dhangaa dhowuutiin iyye. Yennaa inni iyye mandiisuun torba qoonqoo ifii dhageessitte.