Revelation 10:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa mandiisuun torba mandiite, ani barreessiisaaf qophoyeeraayyu; ol-gubbaa irraa ammoo, “Waan mandiisuun torba dubbatte cufii gadha'atti qabadhu malee, hin barreessin” qoonqoo jettu dhage'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma worri dubbateeni, anini t'aafu fed'e. Ammo anini qonqo gubba baate ta, Waan mandiisuuni torbaani jette d'ossi, int'aafiini jettu d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma warrii dubbateen, anin barreessuu fedhee, ammoo qoonqoo gubbaa dhufte ta, “Waan mandisuun torbaan jette dhossi; hinbarreesinii” jettu dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gigissaan torbaa dubbatu, barreessuu yaade, «Sami'ii waan gigissaan torbaa dubbate chaappa'aan cufi malee hin barreessin» laagaa jedhu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gigissaan torbaa dubbatu, barreessuu yaade, «Sami'ii waan gigissaan torbaa dubbate chaappa'aan cufi malee, hin barreessin» laagaa jedhu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakakkaawwan torbban qooniqqa isaanii yeroo dhageesisanitti ani barreessu'uuf ni yaade, garuu, «Bakakkaawwan torbanuu waan dubbatan cufiitii dhossa'aa qabi malee hin barreessiniin!» qooniqqa jedhu, sami'ii ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa mandiisuun torba mandiite, ani barreessiisaaf qophoweeraayyu; ol-gubbaa irraa ammoo, «Waan mandiisuun torba dubbatte cufii gadha'atti qabadhu malee, hin barreessin» qoonqoo jettu dhage'e.