Revelation 10:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba ergamaa Waaqaa ka abbaayaa guddo'oo fi lafa irra dhaabbateeruun dhagge sun harka ifii middicha gara ol-gubba'aa ol kaase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani anini galaanafi lafa goddu gubba ejitu arge taani harka mirga olfud'atte,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan ergamaan anin isaa galaanaa fi lafa godduu gubbaa ejju arge kaan harka mirgicha olfudhatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan ani arge, galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan ani arge, Galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti garba ciisa'aa fi arddii irra dhaabatee maleyikkichi arge harka isaa ka mirgaa gara sami'ii ol qabeet,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba ergamaa Waaqaa ka abbaaya'aa fi lafa irra dhaabbateeruun dhagge sun harka ifii middicha gara ol-gubba'aa ol kaase.