Revelation 10:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyoota ergamaan Waaqaa ka torbeesso'oo tultullaa ifii afuufutti ammoo, akkuma inni raagota tajaajiltoota ifiititti mudhisetti dhossaan Waaqaa hin muummotti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo malaikaani torbeeso magalata ufi d'oofte, Waaqi herega ufi ka d'ossani inguuta, akuma inni hojattu ufi raagootati odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bara magalata torbeessoo dhan, akkuma hojjatoota ufii raagotaatti himee, Waaqii herega ufii ka dhossan inguuta” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Maleekkaan torbeesso'oo hennaa xurumbaa afuufu bara laagaan dhagayamu, garbootaa fi raattota lallaba gammachu'uu akka isaanii lallabeen dhossaan Rabbii hin raawwatama» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Maleekkaan torbaffa'aa hennaa xurumbaa afuufu bara laagaan dhagayamu, garbootaa fi raattota lallaba gammachu'uu akka isaanii lallabeen dhossaan Rabbii hin raawwatama» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu maleyikkichi torbaffaa guyyaa xurunbbaa itti dhageesisanitti, akkaataa nabiyyoota isaa tajaajilttoota isaanitti beekisiseetiin, Waaqinni dhossaa isaa ni raawwatama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyoota ergamaan Waaqaa ka torbeesso'oo tultullaa ifii afuufutti ammoo, akkuma inni tajaajiltoota ifii raagotatti mudhisetti dhossaan Waaqaa hin muummotti» jedhe.