Revelation 11:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ol-gubbaa irraa qoonqoo guddoo ta, “Asi baya'a!” isaaniin jettu dhage'ane; diinoti isaanii adoo ilaalanu duumensa keessa gara ol-gubba'aa bayane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagooti lamaani qonqo guddo ta gubba, Arma koota worraani jettu d'ageete. Akuma nyaapi worra ilaaluuni, kaani dumansa keesa gubbati galani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan raagootii lamaan qoonqoo guddoo Waaqaa gubbaa, “Garana olkoottaa warraan” jettu dhageette. Akkuma nyaaphii warraa arguu, ka'aanii duumansa keessa gara Waaqaa olgalan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sami'iillee laagaa guddaa, «Garana ol bayaa'a!» jedhu dhagayan. Isaan uduu diintonni isaanii laalan gara sami'ii duumessaan ol bayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sami'iillee laagaa guddaa, «Garana ol bayaa'a!» jedhu dhagayan. Isaanillee uduu diintonni isaanii laalan gara sami'ii duumessaan ol bayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti nabiyyoonni lamaan, «Garana gara olii ni bayaa!» qoonqqa jedhu ol aanaa sami'ii ni dhagayan, uduma diinonni isaanii isaan laalan'llee, duumessa keessa gara sami'ii ol ni bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ol-gubbaa irraa qoonqoo guddoo ta, «Asi baya'a!» isaaniin jettu dhage'ane; diinoti isaanii adoo ilaalanu duumensa keessa gara ol-gubba'aa bayane.