Revelation 11:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sa'aatuma sanitti tacho'i lafaa guddaan te'ee, qachaan sun harka kudhan keessaa harki tokko diigame; tacho'a lafaa saniin namooti kumi torba du'ane; worri hafanelle bararaqanee, Waaqa ol-gubba'aatiif ulfinna kennane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja suni lafti chochoote, qooda kud'anneeso ka dira hobaasani, nami kunki torba, lafti chochoonaani, raawate. Nami hafe sodaate jabeenna Waaqa ka gubbaa faarse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo sun laftii chochootee, harka kudhan keessaa harkii tokkoo ka dira jijjige. Lafatti chochoonaan, namii kuma torbaa raawwate. Namii hafe sodaatee jabeenna Waaqaa ka gubbaa faarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii san lafti guddiftee sochoote. Qachattiin kudhan keessaa harki tokko hin kufte. Sochii saniin namoonni kuma torbaa dhuman. Worri hafellee sodaatee Waaqa sami'itii ulfinna kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii san lafti guddiftee sochoote. Qachattiin kudhan keessaa harki tokko hin kufte. Sochii saniin namoonni kuma torbaa dhuman. Worri hafellee sodaatee Waaqa sami'itii ulfinna kennan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'aatima sanitti sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, harka kudhan keessaa harki tokkoon magaalatti'ii'llee ni diigame, sababa sochii arddi'iitiin'llee namoonni kuma torbaa ni du'an, du'a irraa ka haalaan'llee haalaan ni sodaatan, Waaqa sami'ii'llee ni kabajatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saatuma sanitti tacho'i lafaa guddaan te'ee, qachaan sun harka kudhan keessaa harki tokko diigame; tacho'a lafaa saniin namooti kum torba du'ane; worri hafanelle bararaqanee, Waaqa ol-gubba'aatiif ulfinna kennane.