Revelation 11:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Aanneen lammeesso'oo dabarteerti; kunoo aanneen sadeesso'oo dhufaarti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargali lameeso ya hobae; ammo ilaali! Gaargali sadeeso d'ufu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargalii lammeessoo ya dabre; gaargalii sadeessoo ammoo kunoo dhufuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aanne'een lammeesso'oo lufeeti, akkasuma aanne'een sadeesso'oo dafee dhufa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Aanne'een lammaffa'aa lufeeti, akkasuma aanne'een sadaffa'aa dafee dhufa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uunisha'aan Lammaffaa dabrre jira, kunoo uunisha'aan sadaffaa dadafaan ni dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aanneen lammeesso'oo dabarteerti; kunoo aanneen sadeesso'oo dhufaarti.