Revelation 11:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maanguddooti diddamii afur, ka fuula Waaqaa duratti barcumaa ifii ka mootumma'aa irra tee'aneeranulle, addaan gombifamanee Waaqaa sagadanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaaroleeni diddami afuri, ta barch'uma guddinna Waaqa dura teetu, fuula durati jidde, lafati gogombofamte Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jaarroolleen diddamii afurii, ta barcumaa guddinna Waaqaa dura teteettu, fuula duraatti jiddee, lafaatti gogombifamtee Waaqaa sagaddee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddoonni diddamii afurii ka teessoo Rabbii afoo taa'an kallacha ufiitiin lafatti gadi kufanii akkana jedha'aa Rabbii sagadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Manguddoonni diddamii afurii ka teessoo Rabbii afoo taa'an kallacha ufiitiin lafatti gadi kufanii akkana jedha'aa Rabbii sagadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa duranatti teessoowwan isaanii irra ka taa'an jaarsotiin diddamii arffan'llee kallacha isaaniitiin gonbbifamanii, Waaqaaf ni sagadan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maanguddooti diddamii afur, ka fuula Waaqaa duratti barcumaa ifii ka mootumma'aa irra tee'aneeranulle, addaan gombifamanee Waaqaa sagadanee,