Revelation 11:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addee Galma Waaqaatiin fuula dura jirtu ammoo hin mikin. Sababille addeen sun worra Yihudoota hin te'iniif kennanteerti. Isaan qachaa woyyicha ji'a afurtamii lama irra hirbeessan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ch'icha Mana Waaqa ala d'und'uma ind'aiini, isi ya gosa d'ibiti kennani, aka worri Dira Qulqullo jia afurtami lama ira ejaanjattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo cichaa Mana Waaqaa dhundhuma hindha'in! Isii ya, akka warrii Dira Qulqulloo jiha afurtamii lamaa irra ejaajjatu gosa dhibiitti kennanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mana woyyu'uutiin ala jiru hin bikkin; worra Yihuudota hin taanee kennameeraa dhiisi; isaanillee ji'a afurtamii lamaa fi qachaa woyyittii irra ejjatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka mana woyyu'uutiin ala jiru hin bikkin; worra Yihuudota hin taanee kennameeraa dhiisi; isaanillee ji'a afurtamii lamaaf qachaa woyyittii irra ejjatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana Waaqeffanna'aatiin ala ka jiru bakka duwwaa garuu dhiis, inni ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneef ka kenname waan ta'eef hin bikkin, ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne'llee magaalaa Qulqullittii, ji'oota afurtamii lamaaf ni dhitaniin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee Galma Waaqaatiin fuula dura jirtu ammoo hin mikin. Sababille addeen sun worra Yihudoota hin te'iniif kennanteerti. Isaan qachaa woyyicha ji'a afurtamii lama irra hirbeessan.