Revelation 11:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani dhugaa baatota tiyya lamaaf hunna hin kenna; isaaniille woyaa gaddaa uffatanee, guyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jaatama hin raagan” jedhame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'uga tiyya lama erga; isiini ch'arqi uyifatte guyya kunki tokotiifi d'ibba lamatiifi jaatama d'aamsa Waaqaa odeesiti jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dhugaa tiyya lama erga; isiin wayaa nami nami irraa du'e uyyifatu, uyifatteetti guyyaa kuma tokkoof dhibba lamaa fi jaatamaa dhaamsa Waaqaa himti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ragoota kiyya lamaanii fi uffata gaddaa uffatee guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jahaatamaa akka raaga dubbatan hunna isaanii kenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raattota kiyya lamaanii fi uffata gaddaa uffatee guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jahaatamaa akka raaga dubbatan hunna isaanii kenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ragaan kiyya lamaan uffata gaddaa uffatanii guyyaa kuma tokkoof dhibba lamaa fi jahaatamaa raaga akka dubbataniif, huminna isaaniif ni kenna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dhugaa baatota tiyya lamaaf hunna hin kenna; isaaniille woyaa gaddaa uffatanee, guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jaatama hin raagan» jedhame.