Revelation 11:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugaa baatoti lama, ta Waaqa Goottaa biyya lafaa dura dhaabbattu tun, muka ejersaa lamaa fi waan ifi irra keyamu lama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugaani lamaani suni mukha ejersa lamaaniifi ifse lamaani ta fuula Abba lafa dura ejaanjitu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugaan lamaan sun mukha ejersaa lamaanii fi ibsee lamaan ta fuula gooftaa lafaa dura ejaajjitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan kunniin ejersa lamaa fi baattuu ibsa'aa lamaan ka Gooftaa biyya lafaa afoo dhaabatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan kunniin ejersa lamaaf baattuu ibsa'aa lamaan ka Gooftaa biyya lafaa afoo dhaabatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan Gooftaa arddi'ii durana ka dhaabatan mukkiin ejerssaa lamaanii fi baatuuwwan ibisa'aa lamaan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa baatoti lama, ta Waaqa Goottaa biyya lafaa dura dhaabbattu tun, muka ejersaa lamaa fi waan ifi irra keyamu lama.