Revelation 11:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle isaan miidhiisaaf yoo barbaade, ibiddi afaan isaanii keessaa bayee diina isaanii hin balleessa; ka isaan miidhiisaaf barbaadu mara akka kanaan ijjeefaman.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami worraa tuqu fed'u, ibidi afaani worra keesaa bahe, nyaapa worraa balleesa; akanaani nama worra tuqu fed'u ch'ufa ijeesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii tokkolleen warra tuquu fedhuu, ibiddii afaan warraa keessaa baheetti, nyaapha warraa balleessa; akkanaan nama warra tuquu fedhu cufa ijjeessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennuunillee miidhuu yoo barbaade, ibiddatu afaan isaaniitii bayee diintota isaanii nyaata. Yoo eennullee isaan miidhuu barbaade akkasuma hin ajjeefaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennuunillee midhuu yoo barbaade, ibiddatu afaan isaaniitii bayee diintota isaanii nyaata. Yoo eennullee isaan midhuu barbaade akkasuma hin ajjeefaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
eennu'llee isaan miidhu'uuf yoo barbaade ibiddi afaan isaaniitii bayee diinnota isaanii ni guba, isaan miidhu'uuf ka barbaadu marrinuu ka du'u bifa kanaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle isaan miidhiisaaf yoo barbaade, ibiddi afaan isaanii keessaa bayee diina isaanii hin balleessa; ka isaan miidhiisaaf barbaadu mara akka kanaan ijjeefaman.