Revelation 11:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isaan dhugaa bayiisa fixatane, bineensi hamaan boolla qilee keessaa bayee isaan adhee injifatee, hin ijjeesa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo worri d'aamsa ufi hobaafate, bineensi boola qile keesaa gadi bahu worra had'a. Dabsateti ijeesa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo warrii dhaamsa ufii hobbaafate, bineensii boolla qilee keessaa gad bahu warra hadheetti, dabsatee fixa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ragaa isaanii haga raawwataniin maayii bineensa ashuutee bawu woliin wol lolan. Mooyatee isaan ajjeesa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ragummaa isaanii eega xumuraniin duubatti bineenssi boolla gad fago'oo keessaa bayu, isaaniin woliin wol woraanee isaan ni injifata, isaan'llee ni ajjeesa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan dhugaa bayiisa fixatane, bineensi hamaan boolla qilee keessaa bayee isaan adhee injifatee, hin ijjeesa.