Revelation 11:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Reeffi isaaniille hodhicha guddaa qachaa gudda'aa irra hin ciciisa; qachaan kun addee Goottaan isaanii itti fannifame, ta yennaa fakkeennaan dubbatantu Sodoom yookiin Gibxi jedhantu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
reefi worraa kara dira gudda keesa ch'ich'isa, fulla abba worraa mukhati fannisani. Maqaani akheekha ka dira sunini yaamani Sodoma yokhaani Misiri.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Reeffii warraa fulaa Abbaa warraa itti mukhaatti fannisan karaa diraa guddaa keessa cicisa. Maqaan akeekaa ka dira sunin yaaman, “Sodooma yokaan Gibxi” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Reeffi isaaniillee afoo qachaa gudditti'ii ciisa; isiinillee akka fakkeenna hafuuraatiin soodomii fi Misirii jedhamteeti akkasuma hulee Gooftaan isaanii itti fannifame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Reeffi isaaniillee afoo qachaa gudditti'ii ciisa; isiinillee akka fakkeenna hafuuraatiin soodomiif Misirii jedhamteeti akkasuma hulee Gooftaan isaanii itti fannifame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Reeffi isaanii waamiinssa fakkeennumma'aatiin Sodoom yookiin Gibxi ka jedhamttu bakka yaa'ii magaalaa ol aanttu'utti ni irkifama, magaalattiin tun'llee ta Gooftaan isaanii itti fannifame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Reeffi isaaniille hodhicha guddaa qachaa gudda'aa irra hin ciciisa; qachaan kun addee Goottaan isaanii itti fannifame, ta yennaa fakkeennaan dubbatantu Sodoom yookiin Gibxi jedhantu.