Revelation 12:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba jawween sun akka dubartiin sun lola'aan fudhatantuuf, bisaan akka lagaa, afaan ifii keessaa, dudda isi'ii duubaan gadi naxxe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jaweeni bisaani aka galaana afaani ufi keesaa yaafte, niiti taani gussite, aka lollaani isi fud'atu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jawween bisaan akka galaanaa afaan ufii keessaa yaaftee, akka lolaan fudhatu niitii taan gussite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bofnillee intalattiin akka lagaan liqimfamtu godhu'uuf bisaan haga lagaa gayu afaan ufii keessaa isii duubatti jisse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bofnillee dubartittiin akka lagaan liqimfamtu godhu'uuf, bisaan haga lagaa gayu afaan ufii keessaa isii duubatti jisse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubarttiin lola'aan akka fudhatamittuuf jedhee bofichi bishaan lagaa bishaan gayu afaan isaatii tufee gara dudda duuba isi'iitiin ni jisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba jawween sun akka dubartiin sun lola'aan fudhatantuuf, bisaan akka lagaa, afaan ifii keessaa, dudda isi'ii duubaan gadi naxxe.