Revelation 12:18 — Compare Translations
4 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jawween sun maansa cinaa abbaayaa guddo'oo irra dhaabbatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jawween taan maanssa afaan galaana irra ejjite.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Xaraan'llee garba ciisaa bira, cirracha irra ni dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jawween sun maansa cinaa abbaaya'aa irra dhaabbatte.