Revelation 12:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kancirri dhibiille ol-gubba'atti mudhate; jawween guddoon diintuun, ta mataa torbaa, ta gaafa kudhan qadduu fi kallacha torba mata'atti keyateertu takka mudhatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekhi d'ibileeni gubba bahe. Jawe diimtu guddo toko, ta mata torbaafi gaafa kud'ani qabdu jira, ammalle mata ch'ufa gubba sure qabdi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akeekii dhibiilleen gubbaa bahe. Jawwee diimtuu guddoo tokko, ta mataa torbaa fi gaafa kudhan qabdu jira, ammallee mataa cufa gubbaa surree qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkanni biraallee sami'itti mudhate. Jawween guddaan diimaan mataa torbaa fi gaafa kudhan qaba. Mataa isa irra qoobii torbatu jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Malkanni biraallee sami'itti mudhate. Jawween guddaan diimaan, mataa torbaa fi gaafa kudhan qaba. Mataa isa irraa qoobii torbatu jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kanaan'llee malikanni bira'aa sami'itti ni muldhate, mataawwan torbaa fi gaaffota kudhanii ni qaba ka ture, xaraan diimaan guddaan ni muldhate, mataawwan isaa irratti'llee gonfatawwan torbaa isaa irra'llee kaayatee jira ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kancirri dhibiille ol-gubba'atti mudhate; jawween guddoon diintuun, ta mataa torbaa, ta gaafa kudhan qadduu fi kallacha torba mata'atti keyatteertu takka mudhatte.