Revelation 12:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eegeen isi'ii urjoota harka sadi keessaa harka tokko ol-gubba'aa harkittee gad lafatti qolaansite. Jawween sun, akkuma dubartittiin deetteen mucaa isiin deettu liqinsiisaaf, isii deya geette dura dhaabbatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eege ufitiini qooda sadeeso ka urji ch'ufa gubba guurte lafati jissite. Jaweeni taani niiti diquma ind'aliini taani dura ejite aka ilme isii, yo d'alatte, nyaattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegee ufitiin hurjii Waaqaa irraa harka sadii keessaa harka tokko guurrattee lafatti jissite. Jawween taan akka yo niitiin deete da'iima kaan nyaattu niitii diqquma hindayiin taan dura ejjite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegeen isaa urjii sami'ii sadihi keessaa harka tokko gara lafaa gad jisse. Jawweenillee hennaa intalattiin deette daa'ima isi'ii nyaachu'uuf intalattii dayu'uuf taatu san afoo dhaabate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegeen isaa urjii sami'ii sadi keessaa harka tokko gara lafaa gad-jisse. Jawweenillee hennaa dubbartittiin deette daa'ima isi'ii nyaachu'uuf dubartittii dayu'uuf taatu san afoo dhaabate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegee isaatiin harka sadihi keessaa harka tokkoo urjjiiwwanii sami'ii harkisee gara arddi'ii isaan ni gate, dubarttiin yeroo deetutti ilma isi'ii liqimssu'uuf yaadee, xaraan gara dubarttii dayu'uuf dhiyaatee durana isi'iitiin ni dhaabate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eegeen isi'ii urjoota harka sad keessaa harka tokko ol-gubba'aa harkittee gad lafatti qolaansite. Jawween sun, akkuma dubartittiin deetteen mucaa isiin deettu liqinsiisaaf, isii deya geette dura dhaabbatte.