Revelation 12:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin ilma gosa biyya maraa ulee sibiilaa ta bokku'uutiin bulchu deette; mucaan gara Waaqaatii fi gara barcumaa mootummaa ifii ol fudhatame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani niitiini taani ilma deete, ka gosa ch'ufa ule sibiilatiini mohatu. Ammo daima kaani duraa butani, fulla barch'uma guddinna Waaqa geesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan niitiin taan ilma gosa cufa ulee sibiilaatiin moohatuu deette; daa'imii kaan ammoo duraa butaniitti, fulaa barcumaa guddinna Waaqaa geessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma dhiiraa ka worra Yihuudota hin taane maraa ulee sibiilaatiin bulchu'uuf ta'u deette. Mucaan isi'ii gara Rabbiitii fi gara teessoo isaa ol fudhatame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilma dhiiraa ka worra Yihuudota hin taane maraa ulee sibiilaatiin bulchu'uuf ta'u deette. Mucaan isi'ii gara Rabbiitiif gara teessoo isaa ol fudhatame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubarttiin'llee ummata mara ulee sibiilaatiin ta bitu ilma dhiiraa ni deette, ilmi isi'ii garuu gara Waaqaatii fi gara teessoo isaa titti ni fudhatame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin ilma gosa biyya maraa ulee sibiilaa ta bokku'uutiin bulchu deette; mucaan gara Waaqaatii fi gara barcumaa mootummaa ifii ol fudhatame.