Revelation 12:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartittiille, gara addee Waaqi akka isiin guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jaatamaaf, waan ittiin leetu dhaggattuuf qopheessee, gara lafa goomole'ee baqatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini gara lafa gamooji baqatte, fulla Waaqi isii mid'aase, aka achiti qorqoratani haga guyya kunki tokotiifi d'iba lamafi jaatama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitiin gara lafa gammoojjii baqattee, achiitti fulaa Waaqii akka isii guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jaatamaa itti qorqortan midhaaseef qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Intalattiin guyyaa kuma tokkoo fi jahaatamaa achitti akka isii sooran gara hulee Rabbi qopheesseefii gara gammoojji'ii dheessite.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubartittiin guyyaa kuma tokkoo fi jahatamaa achitti akka isii sooran gara hulee, Rabbi qopheesseefii gara gammoojji'ii dheessite.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubarttiin'llee gara lafa gammoojji'ii titti dheessitee ni deemitte, achitti'llee guyyoota kuma tokkoof dhibba lamaaf jahaatamaa kunuunssa'aan qabamttee, bakki itti eeggamttu Waaqinni qopheesseefii jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartittiille, gara addee Waaqi akka isiin guyyaa kuma tokkoo fi dhibba lamaa fi jaatamaaf, waan ittiin leetu dhaggattuuf qopheessee, gara lafa goomole'ee baqatte.