Revelation 12:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba ol-gubballe'etti lolli ka'e. Mikaa'elii fi ergantooti isaa jawwee san lolane; jawwe'ee fi ergantuun isi'iille deebisane isaan lolane;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani loli gubbati bahe! Mikaelifi malaikaani isaa jawe taaniini wolhaate, jaweleeni malaika ufitiini wolhaate;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan lolii Waaqaa gubbaatti ka'e! Mikhaa'el ergamtoota isaa waliin jawwee taaniin walhadhe, jawweelleen ergamtoota ufitiin waliin haate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samii irratti lolli ka'e. Mikaa'elii fi Jawween wol lolan, Jawweenillee Maleekkota woliin wol lole; garuu isaan hin dandeenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Samii irratti lolli ka'e. Mikaa'elii fi Jawween wol lolan, Jawweenillee Maleekkota woliin wol lole, garuu isaan hin dandenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sami'itti'llee woraanni ni ka'e, Mikaa'elii fi maleyikkoonni isaa xara'aan woliin wol ni woraanan, xara'aa fi maleyikkoonni'llee deebisanii wol ni woraanan. Maleyikkoota isaa woliin'llee wol ni woraanan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba ol-gubbaalle'etti lolli ka'e. Mikaa'elii fi ergantooti isaa jawwee san lolane; jawwe'ee fi ergantuun isi'iille deebisane isaan lolane;