Revelation 12:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jawween guddoon gad qolaanfante; isiin Diyaabiloosii yookiin Seexana biyya lafaa duudii wollaalichise jedhamu, dhudhuufaa bara durii ti. Isiin gad gara lafaa qolaanfante; ergantooti isi'iille isii woliin qolaanfante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jawe guddo taani gadigatani! Isiini suni bofa duri kaani, ka Sheet'ana yokhaani Jinni jed'aniini, ka lafa ch'ufa sobe. Isaafi malaika isaa ch'ufa lafati gatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jawwee guddoo taan gara lafa gad gatan! Isiin sun bofa durii kaan, ka Sheexana yokaan Jinnii jedhaniin, ka lafa cufaa sobe. Isaa fi ergamtoota isaa cufa lafaatti gatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka adunyaa maraa dogoggorsu, daabiloos yookaan ka seexana jedhamu, Jawween guddaan innillee bofni duraa sun gad gara lafaa darbame. Maleekkonnillee isaan wol lolan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka adunyaa maraa dogoggorsu, daabiloos yookiin ka seexana jedhamu, Jawween guddaan innillee bofni duraa sun gad-gara lafaa darbame. Maleekkonnillee isaan wol lolan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Xaraan ol aanaan'llee gara gadii ni gatame, inni'llee arddii mara ka dogoggorssiisu daabiloos yookiin sheexana jedhamee ka waamamu, bofa duraaniiti. Inni gara arddi'ii gadi ni gatame, maleyikkoonni isaa'llee isa woliin gadi ni gataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jawween guddoon gad qolaanfante; isiin Diyaabiloosii yookiin Seexana biyya lafaa duudii wollaalchise jedhamu, dhudhuufaa bara durii ti. Isiin gad gara lafaa qolaanfante; ergantooti isi'iille isii woliin qolaanfante.