Revelation 13:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba bineensi dhibiin lafa keessaa bayuun dhagge. Akka hoole'ee gaafa lama qaba, ammoo akka jawwe'ee dubbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini bineensa d'ibi ka lafa keesaa bahe arge. Inni gaafa lama ka aka gaafa Ilme Hoola jiru qaba, ammalle aka jawe dubbata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin bineensa dhibii ka lafa keessaa bahe arge. Innii gaafa lama ka akka gaafa hoola jiru qaba, ammallee akka jawwee dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bineensi biraallee uduu lafaa bawu arge. Gaafa lamaa ka gaafa hoola'aa fakkaatu qaba. Akka Jawwe'eetitti qaaqa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bineensi biraallee uduu lafaa bawu arge. Gaafa lamaa ka gaafa hoola'aa fakkaatu qaba. Akka Jawwe'eetitti qaaqa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bineenssi bira'aa ammoo arddii keessaa yoo bayu ni arge, inni'llee akka hoola'aa gaafota lamaa ni qaba ture, haasofnni isaa'llee akkuma xara'aa ni ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba bineensi dhibiin lafa keessaa bayuun dhagge. Akka hoole'ee gaafa lama qaba, ammoo akka jawwe'ee dubbate.