Revelation 13:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Matoota bineensa sanii keessaa mataan tokkochi madaa ijjeettu waan qabu fakkaata; ammoo madaan sun fayyiteerti. Biyyi duudiin baaseffattee, bineensa san hordote.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mataani bineensa suni toko mada guddo hamtu qaba, ammo madaani taani la fayyite. Lafti ch'ufti mamte, bineensa kaani gula yaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mat. aan bineensa sunii tokko madaa guddoo hamtuu qaba, madaan taan ammoo la fayyite. Laftii cuftii mamtee, bineensa kaan gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mataa isaa torban keessaa tokko ka akka waan goorra'amee du'ee ta'e arge; madaa isa ajjeesu'uuf ta'u irraa hin fayye. Baniin lafa irraa maruu bineensa duukaa deema'aa maalalfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mataa isaa torban keessaa tokko ka akka waan goorra'amee du'ee ta'e arge; madaa isa ajjeesu'uuf ta'u irraa hin fayye. Baniin lafarraa maruu bineensa duukaa deema'aa maalalfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mataawwan bineenssa keessaa tokko madaa du'aan isa gayu akka qabuu ta'ee ni arggeen, garuu madaan du'aan isa gayu fayyee jira, arddiin biyyi marrinuu maalalu'uun bineensicha ni horddofe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Matoota bineensa sanii keessaa mataan tokkochi madaa ijjeettu waan qabu fakkaata; ammoo madaan sun fayyiteerti. Biyyi duudiin baaseffattee, bineensa san hordotte.