Revelation 13:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jawween baallii ifii bineensa kanaaf waan kenniteef, namooti isi'iif sagadane; akkasuma bineensa sanille'een, “Ka akka bineensa kanaa jiru eennu? Eentu isa loliisaafdande'a?” jedhaa sagadaneef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti jawe guddise, waan inni jabeenna ufi ch'ufa bineensa kaani kenneefi. Bineensale guddisani kad'atani waan jed'ani, Eentu aka bineensa kana jira? Eentu dandae isa had'a?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii cuftii jawwee guddisee, waan innii jabeenna ufii cufa bineensa kaanii kenneef. Bineensallee guddisan sagadaanii, “Eentu akka bineensa kanaa jira? Eentu danda'ee isa hadha?”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jawwe'eellee hin sagadan; waan inni bineensaa baallii kenneeruuf, «Eentu bineensa kana fakkaata? isaanillee eentu wol loluu danda'a?» jedha'aa sagadaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jawwe'eellee hin sagadan, waan inni bineensaa baallii kenneruuf, «Binneensa eentu fakkaata? isaanillee eentu wol loluu danda'a?» jedha'aa sagadaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bineenssichaaf aangoon kennamuu isaatiin namoonni marrinuu xarichaaf ni sagadan, «Bineensicha ka fakkaatu eennu ree? Isa woliin'llee eennutu wol woraanu'uuf danda'aa? jedha'aa isaaf ni sagadan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jawween baallii ifii bineensa kanaaf waan kenniteef, namooti isi'iif sagadane; akkasuma bineensa sanille'een, «Ka akka bineensa kanaa jiru eennu? Eentu isa loliisaaf dande'a?» jedhaa sagadaneef.