Revelation 13:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Afaan jecha kooraa itiin dubbatuu fi Waaqa ittin fanshessu bineensa saniif kenname; ji'a afurtamii fi lama baalli'iin akka hujuufille eeyyam kenname.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa kana jabeenna kennani aka abaarsa hama dubbatu, ammalle jabeenna jia afurtami lama kennaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bineensa kanaa akka inni abaarsa hamaa dubbatu jabeenna kennan, ammallee jabeenna jiha afurtamii lamaa kennaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan guddaa fi afaan ittiin arrabsutu kennameef; ji'a afurtamii lamaa akka hojjatu baalliin kennameef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan guddaa fi afaan ittiin arrabsutu kennameef, ji'a afurtamii lamaa akka hojjatu baalliin kennameef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Afaan jecha ufi tuulumma'aatii fi waan arabaa ittiin dubbatu'llee bineensichaa ni kennameef, ji'a afurtamii lamaa aangoo isaatiin akka hojjatu'llee, ni eeyyamameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan jecha kooraa ittiin dubbatuu fi Waaqa ittiin faanshessu bineensa saniif kenname; ji'a afurtamii fi lama baalli'iin akka hujuufille eeyyam kenname.