Revelation 13:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Innille Waaqa, maqaa Waaqaa, addee ulfaattuu Waaqi le'uu fi worra ol-gubbaa keessa le'u faanshessiisaaf afaan banate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqafi maqa Waaqatiifi fulla inni taufi worra gubba taule abaare.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii Waaqaa, maqaa Waaqaa, fulaa innii taa'uu fi warra gubbaa oli taa'uullee inabaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiinillee arrabsu'uuf maqaa isaatii fi hulee bultii isaa ta sami'ii worra bulullee arrabsu'uuf afaan banate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiinillee arrabsu'uuf maqaa isaatiif hulee bultii isaa ta sami'ii worra bulullee arrabsu'uuf afaan banate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaa fi maqaa Waaqaa, mana jireenna isaatii fi sami'itti bakka inni jiraatu'llee arrabssuu, jala ni qabe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille Waaqa, maqaa Waaqaa, addee ulfaattuu Waaqi le'uu fi worra ol-gubbaa keessa le'u faanshessiisaaf afaan banate.