Revelation 13:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka inni woyyoota lolee injifatuuf hunni isaaf kennante. Gosa, kolbaa, afaanii fi gosa biyya adda addaa mara irralle'etti baalliin kennanteef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka inni jara Waaqa had'e dabsatu ee jed'ani, ammalle jabeenna inni gosafi afaanifi lafa ch'ufaani dabsatu kennaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka innii jara Waaqaa hadhee dabsatu, “Ee'ee” jedhan, ammallee jabeenna innii gosa, afaanii fi lafa cufaan dabsatu kennaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woyyoota woraanee mooyachuu gosaa fi firoota banii afaan gara garaa dubbatan maraa irratti baalliin kennameef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woyyoota worrane mooyachuu gosaa fi firoota banii afaan gara garaa dubbatan maraa irratti baalliin kennameef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qulqullu'uu akka woraanuu fi isaan injifatee akka moo'atuuf aangoon ni kennameef, gosaa fi worraan, afaan adda addaatiin ka dubbatanii fi ummata mara irratti aangoon ni kennameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka inni woyyoota lolee injifatuuf hunni isaaf kennante. Gosa, kolbaa, afaanii fi gosa biyya adda addaa mara irralle'etti baalliin kennanteef.