Revelation 13:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami gurra qabu dhage'uu ti!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo gurra d'ageettaniini qabaattani, ch'aqasa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo gurra dhageettaniin qabaattan, caqasaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka gurra dhagayu qabu yoo jiraate haa dhagayuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka gurra qabu yoo jiraate, haa dhagayu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gurra qabu dhage'uu ti!