Revelation 14:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, ka duumensa irra tee'eeru sun haantuu ifii lafa irra wolaase; lattille haamante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami dumansa gubba tau kaani haamtu ufi fud'ate haame, akanaani mid'aani lafa haamani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namii dumansa gubbaa taa'u kaan haamtuu ufii fudhatee haamee, akkanaan midhaan lafaa haaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka duumessa irra taa'e, haamtuu ufii gara biyya lafaa erge; biyyi lafaallee hin haamamte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka duumeessa irra taa'e, haamtuu ufii gara biyya lafaa erge, biyyi lafaallee hin haamamte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Duumessa irra ka taa'ee jiru'llee, haamittuu isaa gara arddi'ii ni erge, arddiin'llee ni haamamitte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, ka duumensa irra tee'eeru sun haantuu ifii lafa irra wolaase; lattille haamante.