Revelation 14:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa ka dhibiin, Galma Waaqaa ka ol-gubbaa keessa jiru keessaa baye; innille haantuu qara qaddu qabaayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani d'ibiini Mana Waaqa ka gubba keesaa baate, isileeni haamtu qara qabdu harkaa qabdi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan ergamaan dhibiin Mana Waaqaa ka gubbaa keessaa bahe; inniilleen haamtuu qara qabdu harkaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan biraallee mana woyyuu ka samii jiru keessaa baye; innillee akkasuma haamtuu qaramtuu qaba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan biraallee mana woyyuu ka samii jiru keessaa baye; innillee akkasuma haamtuu qaramtuu qaba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkaan bira'aa'llee Mana Waaqeffanna'aa ka samii jiruu ni baye, inni'llee haamittuu qara qabeettii qabatee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa ka dhibiin, Galma Waaqaa ka ol-gubbaa keessa jiru keessaa baye; innille haantuu qara qaddu qabaayyu.