Revelation 14:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qoonqoo akka qoonqoo bisaan heddu'uutii fi gikkeessa mandiisuu guddo'oo jirtu ol-gubbaa keessaa dhage'e; qoonqoon ani dhage'e sun qoonqoo kiraara gugurda'aa ka worri kiraara dhowu dhowuu fakkaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini qonqo aka bisaani goodo ira gadi buani gubba d'agaye, ta aka mandiisu jirtu. Qonqooni anini d'agaye aka qonqo kiraari jirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin qoonqoo guddoo mandiisu fakkaatu ta akka bisaan gooddoo irraa oomachaan gadi yaa'ati dhagaye. Qoonqoon anin dhagaye akka qoonqoo kiraaraa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa akka bisaan gudda'aa akka gigissaa gudda'aa sami'ii dhagaye. Laagaa akka worra dibbee dhayuu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaa akka bisaan gudda'aa akka gigissaa gudda'aa sami'ii dhagaye. Laagaa akka worra dibbee dhayuu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sami'ii'llee qooniqqa fincaayaa bishaan ol aanaa fi qoonqqa hangaasuu ol aana'aa fakkaatu ni dhagaye, qooniqqi dhagaye'llee kiraara sirreesttoonni haala qoonqqa kiraara itti sirreessanii qoonqqa dhagayan ka fakkaatu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoo akka qoonqoo bisaan heddu'uutii fi gikkeessa mandiisuu guddo'oo jirtu ol-gubbaa keessaa dhage'e; qoonqoon ani dhage'e sun qoonqoo kiraara gugurda'aa ka worri kiraara dhowu dhowuu fakkaatti.